아카이브

게시된 볏도를 날짜와 지역별로 둘러보세요.

국제

Haleellaawwan diroonii Itoophiyaarratti raawwataman keessaa Ertiraa fi Sudaan harka qabu - Gorsaa Dhimma Afrikaa Bahaa MM Abiy - BBC News Afaan Oromoo

Siyaasa Gaanfa Afrikaa:- Gorsaan Dhimmoota Baha Afrika Ministiraa Muummee Itoophiyaa, obbo Getaachoo Raddaa, mootummaan Ertiraa fi Sudaan gareewwan hidhattoota mootummaa Itoophiyaa lalaa jiran deeggaruun haleellaawwan diroonii walitti fufinsaan Itoophiyaa keessatti raawwataman keessa harka qabaachuu isaanii Himan.

BBC News
더 읽기